Menu

Faarfannaa 134

BIB

1 Isin tajaajiltoonni Waaqayyoo, warri halkan mana Waaqayyoo keessa tajaajiltan hundinuu, Waaqayyoon galateeffadhaa. 2 Mana qulqullummaa keessatti harka keessan ol qabaatii Waaqayyoon galateeffadhaa. 3 Waaqayyo samii fi lafa uume sun Xiyoon irraa isin haa eebbisu.

Everything we make is available for free because of a generous community of supporters.

Donate